Online Bible

- Reklamy -




Isaayyaas 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Saba cubbamaadhaaf, saba yakki ulfaataan irra jiruuf, sanyii warra hamaa hojjetaniif, warra amalli isaanii manca'eef wayyoo! Isaan Waaqayyoon in dhiisan; Waaqayyo isa qulqulluu isa kan Israa'el in tuffatan, dugdas itti in gatan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Yaa saba cubbamaa, uummata balleessaan itti baayʼate, ilmaan warra waan hamaa hojjetuu, ijoollee xuraaʼummaadhaan guutamte isiniif wayyoo! Isaan Waaqayyoon dhiisaniiru; Qulqullicha Israaʼel sana tuffatanii dugda isaanii itti garagalfataniiru.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ያ ሰበ ጩበማ፣ ኡመተ በሌሳን እት ባይአቴ፣ እልማን ወረ ዋን ሀማ ሆጄቱ፣ እጆሌ ጡራኡማዻን ጉተምቴ እስኒፍ ወዮ! እሳን ዋቀዮን ዺሰኒሩ፤ ቁልቁልቸ እስራኤል ሰነ ቱፈተኒ ዱግደሳኒ እት ገረገልፈተኒሩ።

Viz kapitola kopírovat




Isaayyaas 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy