Online Bible

- Reklamy -




Isaayyaas 1:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

31 namni jabaan akka hofaa caccabaa in ta'a, hojiin isaas akka barbadaa ibiddaa ti, lachanuus walii wajjin in boba'u, kan isa dhaamsus hin jiru.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

31 Namni jabaan akkuma huubaa, hojiin isaas akkuma qaanqee taʼa; isaan lachuu walumaan gubatu; namni ibidda sana dhaamsus hin jiru.”

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

31 ነምን ጀባን አኩመ ሁባ፣ ሆጂንሳስ አኩመ ቃንቄ ተአ፤ እሳን ለቹ ወሉማን ጉበቱ፤ ነምን እብደ ሰነ ዻምሱስ ህንጅሩ።”

Viz kapitola kopírovat




Isaayyaas 1:31

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy