Isaayyaas 1:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 ani si irratti harka koo ol nan fudhadha, akka nama sibiila qulleessutti sin qulleessa, xurii kee hundumaas si keessaa nan baasa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Ani harka koo sitti nan deebisa; ligidaaʼummaa kees akka malutti sirraa nan haqa; xurii kee hundas sirraa nan balleessa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 አን ሀርከኮ ስት ነንዴብሰ፤ ልግዳኡማኬስ አከ መሉት ስራ ነንሀቀ፤ ጡሪኬ ሁንደስ ስራ ነንበሌሰ። Viz kapitola |