Online Bible

- Reklamy -




Isaayyaas 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 gurguddoonni biyyaa kee gara-didoo dha, nyaatii warra hattuu tis; hundumti isaanii gabbarsuu jaallatu, kennaa ari'aniidhuma qabu; ijoollee abbaan irra hin jirreef hin faradan, dhimma haadha hiyyeessaas hin dhaga'aniif*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Bulchitoonni kee finciltoota; michuu hattuuwwanii ti; isaan hundinuu mattaʼaa jaallatu; kennaas akka malee barbaadu. Isaan ijoollee abbaa hin qabneef hin falman; himata haadha hiyyeessaa hin dhaggeeffatan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 ቡልችቶትንኬ ፍንጭልቶተ፤ ምቹ ሀቱወኒት፤ እሳን ሁንድኑ መተኣ ጃለቱ፤ ኬናስ አከ መሌ በርባዱ። እሳን እጆሌ አባ ህንቀብኔፍ ህንፈልመን፤ ህመተ ሃዸ ህዬሳ ህንዸጌፈተን።

Viz kapitola kopírovat




Isaayyaas 1:23

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy