Isaayyaas 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo,<<Yaa bantiiwwan waaqaa dhaga'aa! Yaa lafaa dhaggeeffadhu! Ani Waaqayyo ilmaan guddifadhee ol isaan nan kaase, isaan garuu ana irratti in ka'an*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Yaa Samiiwwan dhagaʼaa! Yaa lafa dhaggeeffadhu! Waaqayyo akkana jedhee dubbateeraatii: “Ani ijoollee horadheen guddifadhe; isaan garuu natti fincilaniiru. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ያ ሰሚወን ዸገኣ! ያ ለፈ ዸጌፈዹ! ዋቀዮ አከነ ጄዼ ዱበቴራቲ፦ “አን እጆሌ ሆረዼን ጉድፈዼ፤ እሳን ገሩ ነት ፍንጭለኒሩ። Viz kapitola |