Online Bible

- Reklamy -




Isaayyaas 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Kennaa waa'ee hin baafne deebitanii hin fidinaa! Ani aarsaa ixaana keessanii ciigga'eera, baatii haaraa, Sanbataa fi walga'ii keessan, jal'inaaf walitti qabamuu keessanis ani obsuu hin danda'u.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Kennaa faayidaa hin qabne fiduu dhiisaa! Ixaanni keessan na jibbisiisa. Ayyaana Baatii, Sanbataa fi yaaʼii keessan jechuunis wal gaʼii keessan hamaa sana ani hin fedhu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ኬና ፋይዳ ህንቀብኔ ፍዱ ዺሳ! እጣንኬሰን ነ ጅብሲሰ። አያነ ባቲ፣ ሰንበታፊ ያኢኬሰን ጄቹንስ ወል ገኢኬሰን ሀማ ሰነ አን ህንፌዹ።

Viz kapitola kopírovat




Isaayyaas 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy