Isaayyaas 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Isin warri akka bulchitoota Sodoom dubbii Waaqayyoo dhaga'aa! Isin warri akka saba Gomoraa gorsa Waaqayyo keenyaa dhaggeeffadhaa! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Yaa bulchitoota Sodoom dubbii Waaqayyoo dhagaʼaa; yaa saba Gomoraa, Seera Waaqa keenyaa dhaggeeffadhaa! Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ያ ቡልችቶተ ሶዶም ዱቢ ዋቀዮ ዸገኣ፤ ያ ሰበ ጎሞራ፣ ሴረ ዋቀኬኛ ዸጌፈዻ! Viz kapitola |