Isaayyaas 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Mul'anni Isaayaas ilmi Amoz bara Uziyaa, Yotaam, Ahaazii fi Hisqiyaas mootota Yihudaa turanitti waa'ee Yihudaa fi waa'ee Yerusaalemiif arge, kanatti fufee jira*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Mulʼata Isaayyaas ilmi Amoos bara bulchiinsa Uziyaan, bara Yootaam, bara Aahaazii fi bara Hisqiyaas keessa waaʼee Yihuudaatii fi Yerusaalem arge. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ሙልአተ እሳያስ እልም አሞስ በረ ቡልቺንሰ ኡዝያን፣ በረ ዮታም፣ በረ ኣሃዚፊ በረ ህስቅያስ ኬሰ ዋኤ ይሁዳቲፊ ዬሩሳሌም አርጌ። Viz kapitola |