Online Bible

- Reklamy -




Ibroota 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Ati qajeelina jaallattee jal'ina jibbite; kanaaf Waaqayyo kee, waaqayyichatu si dibee, dibata gammachuu kanaanis warra sii wajjin jiran irra si caalchise? jedhe*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Ati qajeelummaa jaallatte; jalʼina immoo ni jibbite; kanaafuu Waaqayyo Waaqni kee zayitii gammachuutiin si dibee, hiriyoota kee si caalchise.”

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 አት ቀጄሉማ ጃለቴ፤ ጀልእነሞ ንጅብቴ፤ ከናፉ ዋቀዮ ዋቅንኬ ዘይቲ ገመቹቲን ስ ድቤ፣ ህርዮተኬ ስጫልችሴ።”

Viz kapitola kopírovat




Ibroota 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy