Ibroota 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Waa'ee ilmaa garuu, ?Teessoon kee yaa Waaqayyo, baraa hamma baraatti, uleen mootummaa kees ulee qajeelummaa ti. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Waaʼee Ilmaa garuu akkana jedha; “Yaa Waaqayyo, teessoon kee bara baraa hamma bara baraatti ni jiraata; bokkuun qajeelummaas bokkuu mootummaa keetii ni taʼa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዋኤ እልማ ገሩ አከነ ጄዸ፤ “ያ ዋቀዮ፣ ቴሶንኬ በረ በራ ሀመ በረ በራት ንጅራተ፤ ቦኩን ቀጄሉማስ ቦኩ ሞቱማኬቲ ንተአ። Viz kapitola |