Ibroota 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Waaqayyo ergamoota isaa keessaa eenyuun, ?Ati ilma koo ti, ani har'an si dhalche? yookiis eenyuun, ?Ani isaaf abbaa nan ta'a, innis ilma anaaf in ta'a? jedhee beeka*? Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Waaqni ergamoota keessaa isa kamiin, “Ati Ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera” Yookaan isa kamiin, “Ani isaaf Abbaa nan taʼa; innis Ilma naa taʼa” jedhee beeka? Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዋቅን ኤርገሞተ ኬሳ እሰ ከሚን፣ “አት እልመኮት፤ አን ሀርአ ስ ዸልቼረ” ዮካን እሰ ከሚን፣ “አን እሳፍ አባ ነንተአ፤ እንስ እልመ ናፍ ተአ” ጄዼ ቤከ? Viz kapitola |