Ibroota 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kanaanis maqaan Waaqayyo isaaf kenne maqaa ergamootaa irra caalaa beekamaa akkuma ta'e, innis ergamoota irra caale*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Akkuma maqaan inni dhaale sun kan ergamootaa caalaa guddaa taʼe sana innis ergamoota caalaa guddaa dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አኩመ መቃን እን ዻሌ ሱን ከን ኤርገሞታ ጫላ ጉዳ ተኤ ሰነ እንስ ኤርገሞተ ጫላ ጉዳዸ። Viz kapitola |