Ibroota 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Waaqayyo ergamoota isaa keessaa eenyuun, ?Diinota kee ejjeta miilla kee hamman siif godhutti gara mirga koo taa'i!? jedhee beeka*? Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Waaqni ergamoota keessaa isa kamiin, “Hamma ani diinota kee ejjeta miilla keetii godhutti, gara mirga koo taaʼi” jedhe? Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዋቅን ኤርገሞተ ኬሳ እሰ ከሚን፣ “ሀመ አን ዲኖተኬ ኤጄተ ሚለኬቲ ጎዹት፣ ገረ ምርገኮ ታእ” ጄዸ? Viz kapitola |