Ibroota 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Bara duriitti Waaqayyo si'a baay'ee karaa garaa garaatiin, raajotaan abboota keenyatti dubbateera. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Bara durii Waaqni yeroo baayʼee fi karaa adda addaatiin raajotaan abbootii keenyatti dubbatee ture; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 በረ ዱሪ ዋቅን ዬሮ ባይኤፊ ከራ አደ አዳቲን ራጆታን አቦቲኬኘት ዱበቴ ቱሬ፤ Viz kapitola |