Hooseʼaa 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Mana Yihudaatti garuu oo'a nan argisiisa, isaan nan oolchas; iddaadhaan yookiis billaadhaan yookiis lolaan yookiis fardeenii fi abboota fardeeniin utuu hin ta'in, ani Waaqayyo gooftaan isaanii harka kootiin isaan nan oolcha>> jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Taʼus ani mana Yihuudaatiif garaa nan laafa; ani xiyyaan yookaan goraadeedhaan yookaan waraanaan yookaan fardeeniin yookaan abbootii fardaatiin isaan hin oolchu; garuu ani Waaqayyo Waaqni isaanii isaan nan oolcha.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ተኡስ አን መነ ይሁዳቲፍ ገራ ነንላፈ፤ አን ጥያን ዮካን ጎራዴዻን ዮካን ወራናን ዮካን ፈርዴኒን ዮካን አቦቲ ፈርዳቲን እሳን ህንኦልቹ፤ ገሩ አን ዋቀዮ ዋቅንሳኒ እሳን ነንኦልቸ።” Viz kapitola |