Online Bible

- Reklamy -




Hojii 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Isin garuu, hafuurri qulqulluun yommuu isin irra bu'u, humna in godhattu; Yerusaalemitti, Yihudaa hundumaatti, Samaariyaatti, hamma andaara lafaattis dhuga-baatuu koo in taatu? isaaniin jedhe*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Yeroo hafuurri Qulqulluun isin irra buʼutti garuu humna ni argattu; isinis Yerusaalem keessatti, Yihuudaa hundaa fi Samaariyaa keessatti, hamma qarqara lafaattis dhuga baatota koo ni taatu.”

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዬሮ ሀፉር ቁልቁሉን እስንረ ቡኡት ገሩ ሁምነ ንአርገቱ፤ እስንስ ዬሩሳሌም ኬሰት፣ ይሁዳ ሁንዳፊ ሰማርያ ኬሰት፣ ሀመ ቀርቀረ ለፋትስ ዹገ ባቶተኮ ንታቱ።”

Viz kapitola kopírovat




Hojii 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy