Hojii 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Yesus du'a isaa booddee immoo jiraataa akka ta'e, deddeebi'ee karaa hin mamsiifneen isaanitti of mul'ise; guyyaa afurtamaaf akka isa argan godhe, waa'ee mootummaa Waaqayyoos isaanitti in dubbate*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Innis duʼa isaa booddee namoota kanatti of argisiisee waan akka inni jiraataa taʼe mirkaneessu baayʼees dhiʼeesse; bultii afurtama isaanitti mulʼatee waaʼee mootummaa Waaqaa dubbate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እንስ ዱአሳ ቦዴ ነሞተ ከነት ኦፍ አርግሲሴ ዋን አከ እን ጅራታ ተኤ ምርከኔሱ ባይኤስ ዽኤሴ፤ ቡልቲ አፉርተመ እሳንት ሙልአቴ ዋኤ ሞቱማ ዋቃ ዱበቴ። Viz kapitola |