Hojii 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Achumaan namoonni lama maqaan isaanii dha'ame; isaanis Yoseef isa Baarsaabaas yookiis Yosxos jedhamee waamamu, akkasumas immoo Maatiyaas isa jedhamu turan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Kanaafis namoota lama dhiʼeessan; isaanis Yoosef isa Barsaabaas jedhamu kan Yoosxoos jedhamee beekamu tokkoo fi Maatiyaas. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ከናፍስ ነሞተ ለመ ዽኤሰን፤ እሳንስ ዮሴፍ እሰ በርሳባስ ጄዸሙ ከን ዮስጦስ ጄዸሜ ቤከሙ ቶኮፊ ማትያስ። Viz kapitola |