Online Bible

- Reklamy -




Hojii 1:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Innis yeroo cuupphaa Yohannisii jalqabee, hamma guyyaa gooftaan itti nu biraa ol fudhatametti, nu gidduu kan ture, nuu wajjin dhuga-baatuu du'aa ka'uu isaa ta'uun irra jira? jedhe*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 namni filatamu kun nama cuuphaa Yohannisii jalqabee hamma gaafa Yesuus nu biraa samiitti ol fudhatameetti nu wajjin ture taʼuu qaba. Namoota kanneen keessaa tokko nu wajjin dhuga baatuu duʼaa kaʼuu Yesuus taʼuu qabaatii.”

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 ነምን ፍለተሙ ኩን ነመ ጩጳ ዮሀንሲ ጀልቀቤ ሀመ ጋፈ ዬሱስ ኑ ብራ ሰሚት ኦል ፉዸተሜት ኑ ወጅን ቱሬ ተኡ ቀበ። ነሞተ ከኔን ኬሳ ቶኮ ኑ ወጅን ዹገ ባቱ ዱኣ ከኡ ዬሱስ ተኡ ቀባቲ።”

Viz kapitola kopírovat




Hojii 1:22

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy