Hojii 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Kunis warra Yerusaalem jiraatan hundumaa biratti beekame, lafichis afaan isaaniitti ?Akeldaamaa? jedhamee waamame, hiikuun isaas ?Lafa dhiigaa? jechuu dha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Namoonni Yerusaalem keessa jiraatan hundinuus waan kana dhagaʼan; lafa sanas afaan isaaniitiin Akeldaamaa jedhanii waaman. Akeldaamaa jechuun “Lafa Dhiigaa” jechuu dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ነሞትን ዬሩሳሌም ኬሰ ጅራተን ሁንድኑስ ዋን ከነ ዸገአን፤ ለፈ ሰነስ አፋንሳኒቲን አኬልዳማ ጄዸኒ ዋመን። አኬልዳማ ጄቹን “ለፈ ዺጋ” ጄቹዸ። Viz kapitola |