Hojii 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Namichi kun, horii isa hojii jal'inaa hojjetee argate sanaan, lafa bitate; ofii isaa mataadhaan kufee tarsa'ee, mar'umaan isaas bakkee guute*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Yihuudaan horii hammina hojjetee argate sanaan lafa bitate; innis mataan kufee qixxee lamaanitti tarsaʼe; marʼumaan isaa hundinuus keessaa jige. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ይሁዳን ሆሪ ሀምነ ሆጄቴ አርገቴ ሰናን ለፈ ብተቴ፤ እንስ መታን ኩፌ ቅጤ ለማንት ተርሰኤ፤ መርኡማንሳ ሁንድኑስ ኬሳ ጅጌ። Viz kapitola |