Online Bible

- Reklamy -




Hojii 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 ?Obboloota nana, dubbiin macaafaa inni hafuurri qulqulluun duraan dursee afaan Daawitiin waa'ee Yihudaaf dubbate, raawwatameera; innoo warra Yesusin qabuu dhaqan dura adeemee argisiise*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Akkanas jedhe; “Yaa obboloota, dubbiin kitaabaa kan Hafuurri Qulqulluun yeroo dheeraan dura waaʼee Yihuudaa isa warra Yesuusin qaban fide sanaa afaan Daawitiitiin dubbate sun raawwatamuu qaba.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 አከነስ ጄዼ፤ “ያ ኦቦሎተ፣ ዱቢን ክታባ ከን ሀፉር ቁልቁሉን ዬሮ ዼራን ዱረ ዋኤ ይሁዳ እሰ ወረ ዬሱስን ቀበን ፍዴ ሰና አፋን ዳዊቲቲን ዱበቴ ሱን ራወተሙ ቀበ።

Viz kapitola kopírovat




Hojii 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy