Hojii 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Isaan kun hundinuu dubartoota tokkoo wajjin, Maariyaam haadha Yesus, obboloota isaa wajjinis yaada tokkoon kadhataaf of kennanii turan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Hundi isaaniis dubartootaa fi Maariyaam haadha Yesuus wajjin, obboloota isaa wajjinis utuu gargar hin kutin yaada tokkoon kadhannaatti jabaachaa turan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ሁንድሳኒስ ዱበርቶታፊ ማርያም ሃዸ ዬሱስ ወጅን፣ ኦቦሎተሳ ወጅንስ ኡቱ ገርገር ህንኩትን ያደ ቶኮን ከዸትናት ጀባቻ ቱረን። Viz kapitola |