Online Bible

- Reklamy -




Hojii 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Yommuu deebi'an immoo mana isa keessa turan kutaa olaanutti galan. Isaanis Phexros, Yohannis, Yaaqoob, Indriiyaas, Filiphos, Toomaas, Bartolomewos, Maatewos, Yaaqoob ilma Alfewos, Simoon isa ?Hinaafticha? jedhamee beekamee fi Yihudaa ilma Yaaqoob turan*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Isaanis yommuu Yerusaalem gaʼanitti kutaa darbii kan keessa jiraachaa turan sanatti ol baʼan; isaanis: Phexrosii fi Yohannis, Yaaqoobii fi Indiriiyaas, Fiiliphoosii fi Toomaas, Bartaloomewoosii fi Maatewos, Yaaqoob ilma Alfewoos, Simoon isa Hinaafticha jedhamuu fi Yihuudaa ilma Yaaqoob turan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 እሳንስ ዮሙ ዬሩሳሌም ገአንት ኩታ ደርቢ ከን ኬሰ ጅራቻ ቱረን ሰነት ኦል በአን፤ እሳንስ፦ ጴጥሮሲፊ ዮሀንስ፣ ያቆቢፊ እንድሪያስ፣ ፊልጶሲፊ ቶማስ፣ በርተሎሜዎሲፊ ማቴዎስ፣ ያቆብ እልመ እልፍዮስ፣ ስሞን እሰ “ህናፍትቸ” ጄዸሙፊ ይሁዳ እልመ ያቆብ ቱረን።

Viz kapitola kopírovat




Hojii 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy