Online Bible

- Reklamy -




Hojii 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Kana booddee ergamoonni gaara ejersaatii gara Yerusaalemitti deebi'an; gaarichi mandaricha irraa adeemsa guyyaa Sanbataa, kunis akka dhundhuma kuma lamaa in fagaata ture.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Isaanis gaara Tulluu Ejersaa jedhamu irraa Yerusaalemitti deebiʼan; gaarri kunis Yerusaalem irraa gara deemsa guyyaa Sanbata tokkoo fagaata.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 እሳንስ ቱሉ ጋረ ኤጄርሳ ጄዸሙራ ዬሩሳሌምት ዴብአን፤ ጋር ኩንስ ዬሩሳሌምራ ገረ ዴምሰ ጉያ ሰንበተ ቶኮ ፈጋተ።

Viz kapitola kopírovat




Hojii 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy