Hojii 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Utuma isaan karaa inni ol ba'e sanattii ija hin buqqifatin, kunoo namoonni uffata adaadii uffatan lama isaan bukkee dhaabatanii*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Yeroo inni ol baʼaa turettis, utuma isaan xiyyeeffatanii gara Samii ilaalaa jiranuu namoonni uffata adaadii uffatan lama isaan bira dhadhaabatan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ዬሮ እን ኦል በኣ ቱሬትስ፣ ኡቱመ እሳን ጥዬፈተኒ ገረ ሰሚ እላላ ጅረኑ ነሞትን ኡፈተ አዳዲ ኡፈተን ለመ እሳን ብረ ዸዻበተን። Viz kapitola |