Hojii 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Yaa ulfaataa Tewofilos! Macaafa koo isa kanaan duraa keessatti, waan Yesus hojjetee fi barsiise hundumaa caafeera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Yaa Tewofilos, ani waan Yesuus hojjechuu fi barsiisuu jalqabe hunda kitaaba koo kan jalqabaa keessatti barreesseera. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ያ ቴዎፍሎስ፣ አን ዋን ዬሱስ ሆጄቹፊ በርሲሱ ጀልቀቤ ሁንደ ክታበኮ ከን ጀልቀባ ኬሰት በሬሴረ። Viz kapitola |