Haagee 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo gooftaan maccaa,<<Sabni kun, <Yeroon manni qulqullummaa Waaqayyoof itti ijaaramu hin geenye> in jedhu>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha: “Sabni kun, ‘Yeroon itti manni Waaqayyoo ijaaramu amma illee hin geenye’ jedha.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ አከነ ጄዸ፦ “ሰብን ኩን፣ ‘ዬሮን እት መን ዋቀዮ እጃረሙ አመሌ ህንጌኜ’ ጄዸ።” Viz kapitola |