Online Bible

- Reklamy -




Haagee 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Daariyos biyya Faares irratti mo'ee waggaa lammaffaatti, waggicha keessaa ji'a ja'affaatti, ji'icha keessaa guyyaa tokkoffaatti, dubbiin Waaqayyoo karaa Haagee raajichaa gara Zarubaabel ilma She'altii'el isa biyya Yihudaa bulchuu akkasumas gara Iyaasuu angafa lubootaa ilma Yozaadaaq in dhufe*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Bara bulchiinsa Daariyoos Mootichaa keessaa waggaa lammaffaatti, guyyaa tokkoffaa jiʼa jaʼaffaatti, dubbiin Waaqayyoo karaa Haagee Raajichaatiin gara ilma Sheʼaltiiʼeel gara Zarubaabel bulchaa Yihuudaatii fi gara Iyyaasuu ilma Yehoozaadaaq lubicha ol aanaa akkana jedhee dhufe:

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 በረ ቡልቺንሰ ዳርዮስ ሞትቻ ኬሳ ወጋ ለመፋት፣ ጉያ ቶኮፋ ጅአ ጀአፋት፣ ዱቢን ዋቀዮ ከራ ሃጌ ራጅቻቲን ገረ እልመ ሼአልቲኤል ገረ ዘሩባቤል ቡልቻ ይሁዳቲፊ ገረ እያሱ እልመ ዬሆዛዳቅ ሉብቸ ኦል ኣና አከነ ጄዼ ዹፌ፦

Viz kapitola kopírovat




Haagee 1:1

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy