Online Bible

- Reklamy -




Galaatiyaa 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Akkuma ani kanaan dura dubbadhe, ammas immoo keessa deebi'ee nan dubbadha; eenyu illee wangeela isa isin fudhattanittii kan gargar ba'e yoo isinitti hime, abaaramaa haa ta'u*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Akkuma nu kanaan dura jenne ani ammas irra deebiʼee nan dubbadha; yoo eenyu iyyuu wangeela isin kanaan dura fudhattan sana irraa adda taʼe isinitti lallabe inni abaaramaa haa taʼu!

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 አኩመ ኑ ከናን ዱረ ጄኔ አን አመስ እረ ዴብኤ ነንዱበዸ፤ ዮ ኤኙዩ ወንጌለ እስን ከናን ዱረ ፉዸተን ሰነራ አደ ተኤ እስንት ለለቤ እን አባረማ ሃተኡ!

Viz kapitola kopírovat




Galaatiyaa 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy