Galaatiyaa 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kristos akka fedha Waaqayyoo abbaa keenyaatti bara hamaa isa si'anaa kana keessaa nu baasuudhaaf jedhee, sababii cubbuu keenyaaf dabarsee of kenne*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 inni akka fedhii Abbaa keenyaa fi Waaqa keenyaatti bara hamaa kana jalaa nu oolchuuf jedhee cubbuu keenyaaf of kenne; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እን አከ ፌዺ አባኬኛፊ ዋቀኬኛት በረ ሀማ ከነ ጀላ ኑ ኦልቹፍ ጄዼ ጩቡኬኛፍ ኦፍ ኬኔ፤ Viz kapitola |