Fiilmoonaa 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 garuu ani Phaawulos jaarsichi, ammas Kristos Yesusiif jedhee kanan hidhame, jaalalaaf jedhee si gorsuu nan fo'adha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 sababii jaalalaatiif cimseen si kadhadha. Egaa ani Phaawulos jaarsichii fi ammas Kiristoos Yesuusiif kanan hidhame, Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ሰበቢ ጃለላቲፍ ጭምሴን ስ ከዸዸ። ኤጋ አን ጳዉሎስ ጃርስቺፊ አመስ ክርስቶስ ዬሱሲፍ ከነን ህዸሜ፣ Viz kapitola |