Fiilmoonaa 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Wanta gaarii ta'ee nu keessatti Kristosiif hojjetu hundumaa hubattee, hojii amantii keessaa hirmaachuu kee caalaa akka mul'iftuuf nan kadhadha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Ani akka ati waaʼee waan gaarii nu Kiristoosiin qabnu hundumaa hubannaa guutuu qabaattee amantii kee namaan gaʼuuf jabaattu nan kadhadha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አን አከ አት ዋኤ ዋን ጋሪ ኑ ክርስቶሲን ቀብኑ ሁንዱማ ሁበትና ጉቱ ቀባቴ አመንቲኬ ነማን ገኡፍ ጀባቱ ነንከዸዸ። Viz kapitola |