Fiilmoonaa 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Jaalalaa fi amantii ati gooftaa Yesusii fi, warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis qabdu dhaga'eera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 ani waaʼee amantii kee kan ati Gooftaa Yesuusitti qabduu fi waaʼee jaalala kee kan ati qulqulloota isaa hundaaf qabduu nan dhagaʼaatii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን ዋኤ አመንቲኬ ከን አት ጎፍታ ዬሱስት ቀብዱፊ ዋኤ ጃለለኬ ከን አት ቁልቁሎተሳ ሁንዳፍ ቀብዱ ነንዸገኣቲ። Viz kapitola |