Fiilmoonaa 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Egaa yaa obboleessa ko, maqaa gooftaatti dhimma kana anaaf raawwadhu! Kristosiif jedhiitii garaa na ciibsi. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Egaa yaa obboleessa, ani Gooftaadhaan faayidaa kana sirraa argachuu nan barbaada; Kiristoositti garaa koo naa qabbaneessi. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ኤጋ ያ ኦቦሌሰ፣ አን ጎፍታዻን ፋይዳ ከነ ስራ አርገቹ ነንበርባደ፤ ክርስቶስት ገራኮ ና ቀበኔስ። Viz kapitola |