Fiilmoonaa 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ani Phaawulos ?Gatii isa irraa qabdu siifan baasa? jedhee kana harka kootiin caafuu koo ti; kana malees oolchaa kootiif akka ati ofii kee gatii gootee anaaf baasuun si irra jiru sitti himuu ana hin barbaachisu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Ani Phaawulos siifan kaffala jedhee harkuma kootiin barreesseera. Akka ati mataan kee iyyuu kan koo taate ani homaa sitti hin himu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አን ጳዉሎስ ሲፈን ከፈለ ጄዼ ሀርኩመኮቲን በሬሴረ። አከ አት መታንኬዩ ከንኮ ታቴ አን ሆማ ስት ህንህሙ። Viz kapitola |