Fiilmoonaa 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Si'achi akka obboleessa jaallatamaa isa garbichaa oliitti isa fudhadhu malee, akka garbichaatti miti; anaaf iyyuu erga akkas jaallatamaa ta'ee, siif immoo namummaa isaatiin, gooftaattis attam caalchisee siif haa ta'u ree*? Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 atis siʼachi akka garbichaatti utuu hin taʼin, akka obboleessa jaallatamaa garbicha caalu tokkootti isa simadhu. Inni keessumattuu erga anaaf akkas jaallatamaa taʼe siif immoo fooniinis Gooftaadhaanis hammam caalaa jaallatamaa haa taʼu ree? Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 አትስ ስአች አከ ገርብቻት ኡቱ ህንተእን፣ አከ ኦቦሌሰ ጃለተማ ገርብቸ ጫሉ ቶኮት እሰ ስመዹ። እን ኬሱመቱ ኤርገ አናፍ አከስ ጃለተማ ተኤ ሲፍሞ ፎኒንስ ጎፍታዻንስ ሀመም ጫላ ጃለተማ ሃተኡሬ? Viz kapitola |