Fiilmoonaa 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Innis dur siif dhimma kan hin baafne ture; amma garuu siif, anaafis dhuguma dhimma kan baasuu dha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Inni kanaan dura nama homaa si hin fayyadne ture; amma garuu siifis anaafis nama faayidaa qabu taʼeera. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እን ከናን ዱረ ነመ ሆማ ስ ህንፈየድኔ ቱሬ፤ አመ ገሩ ሲፍስ አናፍስ ነመ ፋይዳ ቀቡ ተኤረ። Viz kapitola |