Fiilmoonaa 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phaawulos, Kristos Yesusiif jedhee hidhamee utuun jiruu, Ximotewos obboleessa keenyaa wajjin, gara Filemon jaallatamaa hojiittis hidhata keenya ta'eetti*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos isa Kiristoos Yesuusiif jedhee hidhamee fi obboleessa keenya Xiimotewos irraa, Gara Fiilmoonaa isa jaallatamaa fi hojjetaa hidhata keenya taʼe sanaatti; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ እሰ ክርስቶስ ዬሱሲፍ ጄዼ ህዸሜፊ ኦቦሌሰኬኘ ጢሞቴዎስራ። ገረ ፊልሞና እሰ ጃለተማፊ ሆጄታ ህዸተኬኘ ተኤ ሰናት፤ Viz kapitola |