Fakkeenya 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Isaan mataa keetiif akka daraaraa battee dha'amee ti, morma keetiifis mi'a miidhaginaa ati dirattuu dha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Wanni kun mataa kee miidhagsuudhaaf gonfoo, morma kee bareechuudhaaf immoo faaya siif taʼa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ወን ኩን መታኬ ሚዸግሱዻፍ ጎንፎ፣ ሞርመኬ በሬቹዻፍሞ ፋየ ሲፍ ተአ። Viz kapitola |