Fakkeenya 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Namni ogeessi in dhaggeeffata, barumsas in dabalata, namni dubbii gargar baasuu beekus mala in argata. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 ogeeyyiin dhaggeeffatanii barumsa isaanii irratti waa haa dabalatan; warri qalbii qabanis qajeelfama haa argatan; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኦጌዪን ዸጌፈተኒ በሩምሰሳኒረት ዋ ሃደበለተን፤ ወር ቀልቢ ቀበንስ ቀጄልፈመ ሃአርገተን፤ Viz kapitola |