Fakkeenya 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 wallaalonni mala, ijoollonnis beekumsaa fi dubbii gargar baasu akka qabaataniif kennaman. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 warra waa hin beekneef of eeggannoo kennuudhaaf, dargaggootaaf immoo beekumsaa fi hubannaa kennuudhaaf, Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ወረ ዋ ህንቤክኔፍ ኦፍ ኤገትኖ ኬኑዻፍ፣ ደርገጎታፍሞ ቤኩምሳፊ ሁበትና ኬኑዻፍ፣ Viz kapitola |