Fakkeenya 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 akkasumas qalbifachuudhaan, qajeelummaa fi wanta seeraan eegame, wanta dhugaa ta'es akka argataniif, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 ogummaadhaan jiraachuudhaan, qajeelummaadhaan, murtii qajeelaa kennuu fi nama wal qixxeessuudhaan qajeelfama argachuudhaaf; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ኦጉማዻን ጅራቹዻን፣ ቀጄሉማዻን፣ ሙርቲ ቀጄላ ኬኑፊ ነመ ወል ቅጤሱዻን ቀጄልፈመ አርገቹዻፍ፤ Viz kapitola |