Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Sabni Yerusaalem cubbuu guddaa in hojjetan, in xuraa'anis; warri dur ulfina isaaniif kennaa turan, amma salphina isaanii arganii isaan in tuffatu; isaanis yeella'anii achi gara galanii in aadu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Yerusaalem akka malee cubbuu hojjette; akkasiinis xuroofte. Warri ulfina kennaniifii turan hundi ishee tuffatan; isaan qullaatti hafuu ishee arganiiruutii; isheen mataan ishee guungumtee of irra garagalti.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዬሩሳሌም አከ መሌ ጩቡ ሆጄቴ፤ አከሲንስ ጡሮፍቴ። ወር ኡልፍነ ኬነኒፊ ቱረን ሁንድ እሼ ቱፈተን፤ እሳን ቁላት ሀፉሼ አርገኒሩቲ፤ እሼን መታንሼ ጉንጉምቴ ኦፍረ ገረ ገልት።

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy