Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Ulfinni ishee ishee irraa in sokke, gurguddoonni ishee akka borofa iddoo dheedichaa hin qabneetti, humna dadhabbiitiinis warra isaan ari'an jalaa in baqatu;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Intala Xiyoon irraa miidhaginni hundi fudhatameera. Ilmaan mootota ishee akkuma gadamsa lafa dheedaa dhabee taʼaniiru; isaan dadhabbiidhaan fuula warra isaan ariʼanii dura baqatan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 እንተለ ጥዮንራ ሚዸግን ሁንድ ፉዸተሜረ። እልማን ሞቶተሼ አኩመ ገደምሰ ለፈ ዼዳ ዸቤ ተአኒሩ፤ እሳን ደዸቢዻን ፉለ ወረ እሳን አርአኒ ዱረ በቀተን።

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:6

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy