Faaruu 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Diinonni ishee ishee irratti gooftomanii, ofii isaaniitii qannootti in jiraatu; Waaqayyo baay'ina irra-daddarbaa saba isheetiif jedhee, iddoo rakkinaa ishee in godhe; namoonni ishee diinotaan booji'amanii biyyaa in baafaman. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Amajaajonni ishee gooftota ishee taʼaniiru; diinota isheetti toleera. Sababii cubbuu ishee baayʼee sanaatiif Waaqayyo gadda itti fideera. Ijoolleen ishee fudhatamanii deemaniiru; fuula amajaajota ishee duratti boojiʼamaniiru. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አመጃጆንሼ ጎፍቶተሼ ተአኒሩ፤ ዲኖተሼት ቶሌረ። ሰበቢ ጩቡሼ ባይኤ ሰናቲፍ ዋቀዮ ገደ እት ፍዴረ። እጆሌንሼ ፉዸተመኒ ዴመኒሩ፤ ፉለ አመጃጆተሼ ዱረት ቦጅአመኒሩ። Viz kapitola |