Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Namni ayyaanaaf gara Xiyoonitti ol ba'u waan hin jirreef, karaan ishee in one; karoonni ishee hundinuus cufaatti in hafan, luboonni ishee in aadu, durboonni ishee in gaddu; isheenis ofii isheetii iddoo dhiphinaa in taate.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Daandiiwwan Xiyoon ni booʼu; namni ayyaana ishee kan murteeffame kabajuuf dhufu tokko iyyuu hin jiruutii. Karrawwan ishee hundi onanii jiru; luboonni ishee ni aadu; shamarran ishee ni gaddu, isheenis dhiphina guddaa keessa jirti.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዳንዲወን ጥዮን ንቦኡ፤ ነምን አያነሼ ከን ሙርቴፈሜ ከበጁፍ ዹፉ ቶኮዩ ህንጅሩቲ። ከረወንሼ ሁንድ ኦነኒ ጅሩ፤ ሉቦትንሼ ንኣዱ፤ ሸመረንሼ ንገዱ፣ እሼንስ ዽጵነ ጉዳ ኬሰ ጅርት።

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy