Faaruu 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Sabni Yihudaa rakkinaa fi garbummaa cimaa jala turan, amma immoo booji'amanii saba warra kaan keessa in jiraatu, achittis boqonnaa hin argatan; warri isaan ari'atan hundinuu, iddoo rakkinaatti isaan in qabatan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Rakkinaa fi cunqurfama guddaa booddee Yihuudaan boojiʼamtee fudhatamteerti. Isheen saboota gidduu jiraatti, lafa itti boqottu illee hin arganne. Warri ishee ariʼan hundi rakkina ishee keessatti ishee qabatan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ረክናፊ ጩንቁርፈመ ጉዳ ቦዴ ይሁዳን ቦጅአምቴ ፉዸተምቴ ጅርት። እሼን ሰቦተ ግዱ ጅራት፣ ለፈ እት ቦቆቱሌ ህንአርገትኔ። ወር እሼ አርአን ሁንድ ረክነሼ ኬሰት እሼ ቀበተን። Viz kapitola |