Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Hamminni isaanii hundinuu si duratti haa mul'atu! Aadnaan koo baay'atee waan na gaggabseef, akkuma irra-daddarbaa koo hundumaaf jettee ana irratti hojjette, isaan irrattis akkasuma hojjedhu!>> in jetti.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 “Hamminni isaanii hundinuu fuula kee duratti haa dhiʼaatu; waanuma sababii cubbuu koo hundaatiif natti fidde sana isaanitti illee fidi! Aaduun koo baayʼateeraatii; onneen koos dadhabdeerti.”

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 “ሀምንሳኒ ሁንድኑ ፉለኬ ዱረት ሃዽኣቱ፤ ዋኑመ ሰበቢ ጩቡኮ ሁንዳቲፍ ነት ፍዴ ሰነ እሳንትሌ ፍድ! ኣዱንኮ ባይአቴራቲ፤ ኦኔንኮስ ደዸብዴርት።”

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:22

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy