Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 <<Yommuu ani aadu namoonni dhaga'aniiru, kan na jajjabeessu garuu hin turre; diinonni koo hundinuu rakkachuu koo dhaga'aniiru, ati akkas na gochuu keettis gammadaniiru; isaanis akka koo akka ta'aniif, guyyaa isa,<<In dhufa>> jette sana fidi*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 “Namoonni akka ani aadaa jiru dhagaʼaniiru; kan na jajjabeessu garuu hin jiru. Diinonni koo hundinuu rakkina koo dhagaʼaniiru; isaan waan ati gootetti gammadaniiru. Akka isaan akkuma koo taʼaniif maaloo ati guyyaa jette sana fidi.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 “ነሞትን አከ አን ኣዳ ጅሩ ዸገአኒሩ፤ ከን ነ ጀጀቤሱ ገሩ ህንጅሩ። ዲኖትንኮ ሁንድኑ ረክነኮ ዸገአኒሩ፤ እሳን ዋን አት ጎቴት ገመደኒሩ። አከ እሳን አኩመኮ ተአኒፍ ማሎ አት ጉያ ጄቴ ሰነ ፍድ።

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:21

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy